Titus 3:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan bulchitootaa fi worra baallii qabu jalatti akka bultu, akka ajajantuu fi karaa maraan waan dansaa hujiisaaf ka qophootte akka teetu qaassis.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi teetiini, Dubbi jara lafa fidutiifi ta worra gugurda ch'aqasa, guuta, waan dansa ch'ufa tolcha jed'i qaabsiisi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumii teetiin, dubbii warra lafa fiduutii fi ta warra gugurdaa caqasaa guutaa, waan dansaa cufaa tolchaa jedhiinii qaabsis.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoota bulchootaa fi worra baallii qaban jalatti bulu'uuf ajajaman hujii mishaa maraaf worra qophaayan,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoota bulchootaa fi worra baallii qaban jalatti bulu'uuf ajajaman hujii mishaa maraaf worra qophayan,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni marrinuu bulchitootaa fi namoota aangoo qabaniif mataa gad qabataan akka ajajaman, hujii mishaa mara hojjachu'uuf qophaayota akka ta'an,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan bulchitootaa fi worra baallii qabu jalatti akka bultu, akka ajajantuu fi karaa maraan waan dansaa hujiisaaf ta qophootte akka teetu qaabachiis.