Titus 3:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nama gargar bayiisa kaasu yennaa tokkoo fi lama itti gorsi, achiin duuba isa woliin womaa hin qabaatin.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama gargari nama baasu maro lama gorsi, duuba iti deebite maqale ind'aiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama gargarii nama baasu marroo lama gorsii, yo innii didee itti deebitee maqaa isaallee hin dha'in.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama nama gar gar bayiinsaaf kakkaasu, namni akkasii nama dabaa cubbuu hojjatee yakka ufitti muree akka ta'e beettee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nama gargar bayiinsaaf kakkaasu, namni akkasii nama dabaa cubbuu hojjatee yakka ufitti muree akka ta'e beettee, hennaa tokkoo fi lama haga gorsiteen maayessa nama akkasii irraa fagaadhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gargar bayiissa nama fidu yeroo tokko yookiin yeroo lama eega gorssiteeniin duubatti, isa irraa fagaadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama gargar bayiisa kaasu yennaa tokkoo fi lama itti gorsi, achiin duuba isa woliin womaa hin qabaatin.