Titus 3:11 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami akkasii, nama jallatee cubbuu hujee, yakkaa ifitti mure akka te'e beeki.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami akana kunini hama, dabi isaatu aka inni wollaala qabu agarsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii akkanaa kunin hamaa, dabii isaatuu akka innii wallaala ufitti muru agarsiisaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hennaa tokkoo fi lama haga gorsiteen maayessa nama akkasii irraa fagaadhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni akkanaa kun daba'aa fi cubbama'a, inni'llee ka mataa isaa irratti murtteesse ta'uu beeki.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami akkasii, nama jallatee cubbuu hujee, yakkaa ifitti mure akka te'e beeki.