Titus 3:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ganna qachaa Niqopholiisii keessatti dabarsu'uuf waan murteeffadheef, yennaa ani Arxemaas yookiin Xikiqoos gara keeti erge, haga dandeette ariiti'iin achitti natti dhufiisaaf wodhaan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini Artema yokhaani Tikiko siti ergu, jabaad'u, Nikopoliti nati kooti, anini ya aka haga bulti qabanna achi tau heregad'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin akka haga bultii gannaa Niqopholiis taa'uu ya herregee, yo anin Arxemaas yokaan Xikiqoos sitti ergee jabaadhuu, Niqopholiisitti natti kootti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Arximooniin yookaan Tiikiqoosiin gara kee yoo sii erge gara Niqophiiliyooniitii gara kiyya akka dhuftu jabaadhu; ani achi turu'uuf waan muradheeruuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Arximooniin yookiin Tikiiqoosiin gara kee yoo sii erge gara Niqophiiliyooniiti gara kiyya akka dhuftu jabaadhu, ani achi turu'uuf waan muradheeruuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Arixeemaasiin yookiin Xikiqoosiin gara kee yeroo ergutti ati gara Niqoophilyoon gara kiyya dhufu'uuf ariifadhu, ani'llee ji'a gannaa achumatti dabarssu'uuf murtteessee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ganna qachaa Niqopholiisii keessatti dabarsu'uuf waan murteeffadheef, yennaa ani Arxemaas yookiin Xikiqoos gara keeti erge, haga dandeette ariiti'iin achitti natti dhufiisaaf wodhaan.