Titus 3:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Zenaasii seera beeka'aa fi Apholosiif, deensa kara'aatii waan barbaachisu maraan haga dandeette gargaar.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Zena, nama seeratiifi Apolo haga dandeetu qarqaari, aka worri imaltu ufi yau, waan worri fed'u ka woreega ch'ufa kenniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Zenaas namicha seera beekuu fi Apholoos haga dandeettu qarqaar, yo warrii imaltuu ufii yaa'u waan warrii fedhu ka wareegaa cufaa kenniif.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Beekaa seeraa Zeemaasii fi Aphiloosiin womaa akka isaan jalaa hin hanqanne waan imala isaaniitiif barbaachisu maraa godhiif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Beekaa Seeraa Zeemaasii fi Aphiloosiin womaa akka isaan jalaa hin hanqanne waan imala isaaniitiif waan barbaachisu maraa godhiif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Seera beekaa ka ta'e Zeenaasii fi Apholos adeemissa isaanii akka jala qaban isaan taasis, waan isaan barbaachisu maraanuu isaan gargaar.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zenaasii seera beeka'aa fi Apholoosiif, deensa kara'aatii waan barbaachisu maraan haga dandeette gargaar.