Titus 3:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan teenna leetoo bu'aa hin qanne akka hin leene, waan leeto'oo barbaachisu hujjee dhaggatiisaaf, hujii dansaa hujiisaaf ifi kenniisa barattuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyya teenna aka huji dansa tolchani aka waan fed'ani argatani barsiisi, ufuma intataiina jed'iini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Biyya teennaan ufumaa hin tataa'inaa jedhii, akka hujii dansaa hojjatanii waan fedhan argatanii barsiisii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra gosa keennaa keessattillee akkasuma jireenna bu'aa hin qabne akka hin jiraanne waan barbaachisu maraan hujii misha'aa fi uf kennuu haa baratanii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra gosa keenna keessattillee akkasuma jireenna bu'aa hin qabne akka hin jiraanne waan barbaachisu maraan hujii misha'aa fi uf kennuu haa baratanii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni keenna'llee ammoo firii malee akka hin hafinnee fi rakkinna jireenna salphisuu akka danda'aniif, hujii mishaa hojjachuu haa baratan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan teenna leetoo bu'aa hin qanne akka hin leene, waan leeto'oo barbaachisu hujjee dhaggatiisaaf, hujii dansaa hujiisaaf ifi kenniisa barattuu ti.