Titus 3:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nama tokko irralle'etti hantuu akka hin dubbanne, nageelliyye'ee fi nama dansaa te'anee, yennaa mara karaa maraan nama duudi'iif gadhi-laafinna akka mudhisanu himi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hameenna nama tokole indubbatiina, ammo hojja ch'ufa nagayafi jaalafi adaba dansaani nama ch'ufa woliini taa jed'iini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama tokkollee hin hamatinaa, yo cufaa ammoo nagayaan, jaalalaa fi adaba dansaan nama cufaa waliin taa'aa jedhiin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ka eennuunillee hin arrabsine, worra hin mormine, gara laafeyyii, worra nama marattuu fayyaalummaa mudhisan akka ta'an isaan qaabsis.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka eennuunillee hin arrabsine, worra hin mormine, gara-laafeeyyii, worra nama marattuu fayyaalummaa mudhisan akka ta'an isaan qaabsis.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
eennuun irratti'llee waan hamaa akka hin dubbanneef isaan yaadachiisi, kana irra namaan woliin ka wol hin dhabinnee fi gara laafeyyii, mataa gad qabata mudaa hin qabnne, nama maratti ka mulidhisan haa ta'an,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama tokko irralle'etti hantuu akka hin dubbanne, nageelliyye'ee fi nama dansaa te'anee, yennaa mara karaa maraan nama duudi'iif gadhi-laafinna akka mudhisanu himi.