Titus 3:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo arjumma'aa fi jaalaltiin Waaqa fayyisaa keennaa yennaa mudhatte,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo naasufi jaalalti Waaqa Qarqaarsa keenna mullannaani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo naasuu fi jaalalti Waaqaa baasaa keennaa mullannaan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo Rabbi qorichi keenna, arjumma'aa fi nama jaalachu'uun hennaa dhufe haga araara ufiitiin karaa dhiqata lammeessoo dhalatu'uutiif,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo Rabbi qorichi keenna, arjumma'aaf, nama jaalachu'uun, hennaa dhufe haga araara ufiitiin karaa dhiqata lammaffaa dhalatu'uutiif,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu qoricha keenna ka ta'e mishummaan Waaqa keennaatii fi jaalalli isaa ka itti guute gara laafnni isaa yeroo muldhatetti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo arjumma'aa fi jaalaltiin Waaqa fayyisaa keennaa yennaa mudhatte,