Titus 3:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi karaa Yesuus Kiristoosiitiin Ayyaana Woyyicha nu irratti fakkansee buuse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Waaqi guddiseti Lubbu ufi nura buuse, maro Yeso Kristo Qarqaarsa keennatiifi,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif Waaqii marroo Yesus Kiristoo baasaa keennaatiifi, guddisee Hafuura ufii nurratti buuse,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaana saniif qajeellee badhaadha isaatiin woyyoomnee abdii jireenna bara baraa dhaaltoota akka taanu, qorichi keenna Yesuus Kiristoos guddisee nutti jisse; dubbiin isaa amanama'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaana saniif qajeellee badhaadha isaatiin woyyoomnee abdii jireenna bara baraa dhaaltoota akka taanu, qorichi keenna Yesuus Kiristoosi guddisee nutti jisse; dubbiin isaa amanama'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni arjoomummaa isaatiin karaa Fayyisaa keenna Yesus Kristositiin, Hafuura isaa baayi'nnaan nuuf ni jisse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi karaa Yesuus Kiristoosiitiin Ayyaana Woyyicha nu irratti fakkansee buuse.