Titus 3:7 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Badhaadha isaatiin balchoonnee, jiruu bara baraa ta addi'iin eegannu san akka dhalluuf inni tana godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka maro eeba isaatiifi nu Waaqaani wolti araaramne jireenna hegeri ka nu abdannu argannu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka marroo eebba isaatiifi nu Waaqaan waltii araaramnee jireenna barabaraa ka abdannu argannu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka taasise kennaa isaa ka bilisaatiin qulqullaawomnnee abddi'iin ka eeggannu, jireenna bara baraa akka dhaalluuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badhaadha isaatiin balchoonnee, jiruu bara baraa ta addi'iin eegannu san akka dhaalluuf inni tana godhe.