Titus 3:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo wol mormii gowwootaa, hidda dhalootaa laakkowuu, wol lolu'uu fi Seera Muuse'ee irratti wol dhabiisa irraa fagaadhu. Sababille wonni kun bu'aa fi gatii hin qaddu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo wolmormiti daallumatiifi maqa heddu ka ababootatiifi woldidiisafi had'iisa waan seera lakisi. Wonti kunini ch'ufti woma tokole imbaatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo wal mormii daallummaa hidda dhaloota namaa dha'iisaa, waldidiisaa fi hadhiisa waan seeraa lakkisaa. Wantii kunin cuftii waan tokkollee hin baatuu
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Atillee qorachuu gowwummaa seenaa dhalootaatiif mormii waan seeraa irratti wol loluu irraa fagaadhu; duwwa'aa fi waan hin fayyanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Atillee qorachuu gowwummaa seenaa dhalootaatiif mormii waan seeraa irratti wol loluu irraa fagaadhu; duwwa'aa fi waan hin fayyanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu mormmii gowwootaa, laakkofssa hidda dhalootaa, wolitti woca, woldhabiinssa waayee Seeraatiin ka'u irraa fagaadhu, wonittoonni kunniin ka faayiddaa hin qabnnee fi bu'aa dhabeeyyi'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo wol mormii gowwootaa, hidda dhalootaa laakkowuu, wol lolu'uu fi Seera Muuse'ee irratti wol dhabiisa irraa fagaadhu. Sababille wonni kun bu'aa fi gatii hin qaddu.