Zechariah 1:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi jiddu mukha doti eju kaani waan jed'e, Kunini farda AABBO Waaqi abuuru lafa keesa erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka naannaya'aa ardii tooyataniif Rabbi isaan erge» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre namichi mukoota dakkaraa odduu dhaabbateeru sun deebisee, «Isaan worra Mootiin Waan Maraa lafa qorqoriisaaf ergeeru» jedhe.