Zechariah 1:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini amma dira Yerusalemuu deebie nahaafi. Mana kiyya ka iti na kad'atani deebiani jaarani, dirale jaarani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani qachatti'itti araara kiyya mudhisu'uuf gara Yerusaalemii deebi'a; Manni Woyyuun kiyyaa fi qachattiin deebi'anii haarawoomanii ijaaraman› jedhii labsi» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani mararti'iin gara qachaa Yerusaalemii hin deebi'a; manni kiyyalle deebi'ee hin ijaarrama; wodaroon miki'ii Yerusaalem ijaariisaaf hin diriirfama; waan kana ana Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadetti dubbate› jedhii lallabi» jedhe.