Zechariah 1:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle malaikaani waan naani jette, Iyyi, waan atini jettu, AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Diri kiyya ammalle deebie wo horata, AABBO Waaqi ammalle Yerusalemu qarqaare dira ufii tolfata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkichi deebi'ee «Ati Rabbi Gooftaan banii maraa akka qachoota deebisee duroomsuu fi Yerusaalemiinillee akka duriititti akka gargaaru, qachaa ufiillee akka taasifatu dubbadhu» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle ergamaan, anaan, «Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, ‹Qachooti kiyya waan dansa'aan deebi'anee hin guutaman; Mootiin Waan Maraa ammalle Xiyoon hin jajjabeessa; Yerusaalemille hin fooyata› jedhii lallabi» jedhe.