Zechariah 1:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini malaika naani dubbattu taanini waan jed'e, Gaafi kunini maani? Isiini waan naani jette, Kunini gaafa Yudafi Israelifi Yerusalemu gargari baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani maleekkicha na woliin qaaqa'aa ture saniin «Gaafni kunniin fakkeenna maali'ii akka ta'an natti himi!» jedheen; innillee «Gaafni sunniin mootota banii Yihuuda'aa, banii Israa'eliitii fi banii Yerusaalemiin akka bittinnaayan godhan» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaa na woliin dubbate saniin, «Gaafoti kun maan?» jedhee gaafadhe. Innille deebisee, «Gaafoti kun kolbaan Yihuda'aa, kolbaan Israa'eliitii fi Yerusaalemii akka bittinnowanu ka godhe» anaan jedhe.