Zechariah 1:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi amma waan worraani jettu, AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Nati deebia, anileeni isaniti deebia.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma ammo wonti isiniin jedhu kana; gara kiyya deebi'aa'a anillee gara keessan deebi'aa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, ati isaaniin, ‹Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, «Gara kiyya deebi'a'a!» jedha Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade; Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, «Anille gara keessan hin deebi'a» jedha› jedhiin.