Zechariah 1:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka ababoota teesani intahiina. Duri duri raagooti waan worraani jette, Kara hamafi huji hamtu iraa deebia, ammo worri ch'aqase naa insaalfanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka abboota teessan ta durii hin ta'inaa'a; raattonni durii isaaniin karaa hamaa keessanii fi hujii hamaa keessan irraa deebi'aa'a jedhanii isaan seeranii turan; abboonni teessan ammo dubbii kiyya hin caqafne; ajaja kiyyallee hin eenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin akka abbootii teessan ta durii, ta raagoti durii, ‹Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, «Karaa keessan hamaa irraa, hujii teessan hantuu irralle'ee deebi'a'a!» jedha› jedhanee adoo isaanitti himanuu, na dhage'iisa yookiin naaf ajajamiisa dhabane sanii hin ite'ina'a! Tana ana Mootii Waan Maraatittuu dubbate.