Zechariah 1:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna lameeso haga Darioni hayyu tahe, guyya diddami afreeso, ka jia kud'ani tokeeso (jia Shebati), dubbini AABBO Waaqa raaga Zekaria, ilma Berekia, ka ilma Idoti d'ufte. Duuba Zekariani waan jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daariyoos mooyee woggaa lammeesso'oo jiini kudha tokkeesso'oo ka Sheebaax jedhamu seenee guyyaa diddamii arfeesso'ootitti dubbiin Rabbii gara Zakkaariyaasii ilma Baraakiyyuu ilma ilma Ido'oo dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daariyos mootii te'ee woggaa lammeesso'oo, ji'a kudha tokkeessoo ka «Shebaax» jedhamutti, guyyaa diddamii arfeesso'ootitti jechi Mootii Waan Maraa gara Zakaariyaasii raagicha ilma Baraakiyaa Iddoo dhufe.