Zechariah 1:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini halkani daayya keesa nama farda daama iraa tau, ka jiddu mukha doti bale keesa eju, arge. Isa duddaduuba fardoole d'ibi — daama, daamicha, bororati jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbii ka farda diimaa yaabbateeru arge; inni mukkiin dhedheeraa dhooqa keessa jiran keessa ka dhaabateeru arge faradoo didiimaa'a, farda bulloo'o, hulee ol jedhu irratti isa duubaan deema'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Zakaariyaas halkan san mudhi'iin nama farda arrowa irra tee'eeru tokko dhagge; inni mukoota dakkaraa odduu, dhooqa keessa dhaabbateera; duuba isaatille'een fardi arroonni, fardi boorrii fi fardi adiin jiraniiyyu.