Zechariah 1:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan jed'eeni, Aabbo, fardi kuni maani? Jennaani malaikaani naani dubbate waan naani jette, Anini waan isaa si garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee «Gooftaa kiyya! faradoon kunniin fakkeenna maali'iiti?» jedhee isa gaafadhe; innillee, «fakkeenni faradoo kanniinii maal akka ta'e sitti mudhisaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille, «Ee goottaa kiyya, fardoon tun maan?» jedhee gaafadhe. Inni deebisee, «Isaan maan akka te'ane ani si'itti hin mudhisa» jedhe.