Zechariah 10:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa kad'ad'a, aka inni hojja wogaani geetu isanii roobu. Nami dumansa bokayatiifi sorro namaa erge oobru ch'ufa dotteesu isuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin akka Rabbi rooba badheessaa isinii roobu kadhadhaa'a; duumessa rooba baate Rabbitu erga; roobaa fi biqiltuu raasa'aa maraa ka kennu isa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rooba furmaataa akka isinii kennuuf, Mootii Waan Maraa gaafadha'a; ka duumensa roobaa ergee, tiifuu roobaa isinii kennee, fichaa magariisa godhu Mootii Waan Maraa ti.