Zechariah 10:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara lafa Misiritiifi ta Ashuruti anini worra galche, lafa worraati qubachiisa. Anini worra lafa Gileaditiifi ta Lebanonile qubachiise, lafa ch'ufa nami guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani biyya Misiriitii isaan deebisa; biyya Asoorii keessaallee wolitti isaan qaba; haga lafti isaan hanqattutti Gala'aadii fi Libaanosiin keessattillee akka quphatan isaan taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani biyya Gibxi'iitii deebisee isaan hin fida. Biyya Asoorii keessaalle'ee haga latti isaan dhiphattutti wolitti isaan qabadha. Gara biyya Giil'aadiitii fi Libaanonii deenisee isaan hin galcha.