Zechariah 10:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja worri baariini gaargala keesa deemu, Anini, AABBO Waaqi, d'awa galaana d'ae, d'immu Galaana Nile gossa. Kiyyiba worra Ashuru balleesani, jabeenna Misirile ch'absani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa galaana rakkinnaa keessa lufan; ani Rabbi dambalii dhaya; lanni Abbaayii guddaan sunillee hin goga; biyyi Asoorii ta uf jajjullee hin salphatti; biyyi Misiriillee ulee mootummaa ufii hin dhabdi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan abbaayaa rakko'oo keessa dabaranu, ani danbalii hin dhowa. Qilee ka te'e lagi Nayilii hin goga. Asoor hin salphatti; Gibxille ulee bokku'uu ta mootumma'aa hin dhaddi.