Zechariah 10:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gumi tiyya injabeesa; worrileeni na kad'ate naa saalfata. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Waandhi isaanii isaan jabeessa; isaanillee dubbii kiyyaa hin ajajaman» ka waan kana dubbate ana Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kolbaa tiyya hin jajjabeessa. Isaanille jecha kiyyaaf hin ajajaman» jedha.