Zechariah 10:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra keesaa jaallaba, makala, hayyoota, ta worra kiyya fiduti, gabaha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii Yihuuda'aa keessaa akka dhagaa dhaaba manaa akka xiribbaa daase'ee, bulchoota akka buundhee lolaatii fi worra loltoota ajajantu baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa Yihuda'aa keessaa bulchitooti ta akka dhakaa roga ijaarsaa ta akka togaa dunkaanaatii fi guubee lolaa jiranu hin ka'an.