Zechariah 10:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yuda nyaapa ufii dabsata, aka worra duulaa ka nyaapa dabsate aka d'oqe lafati d'id'iitu. Worri waan AABBO Waaqa woliini jirufi, nyaapa had'e worra fardaani worra had'ule dabsata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Yihuuda'aa diintota ufii akka loltoota jajjabaa dhiitanii dhoqqee kara'aatiin wolitti makanii ta'an; Rabbi waan isaan woliin jiruuf jabaatanii lolanii worra fardaan lolanillee uduu hin hambifne maraa mooyatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan wolumatti te'anee akka loltoota jajjabaa diinota ifii dhoqqee karaa keessaa irratti dhidhiitanee injifatanuu hin te'an. Mootiin Waan Maraa isaan woliin waan jiruuf isaan lola keessatti abbootii fardaa diinota hin qaanessan.