Zechariah 10:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli aka askarti jabaate, aka nama daad'i d'uge gammada. Ilmaani worraa waan kana agarte, waan AABBO Waaqi tolche iraa gammaddi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Israa'elii akka loltoota jajjaba'aa ta'an; akka nama daadhii woyini'ii dhugeetitti gammadan; ijoolleen isaaniillee mootee kana qaabata'aa gammadan; Rabbiinillee hin burraaqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Efreemii akka worra jajjabaa hin te'an. Isaan akka nama daadhii woyni'ii unee hin gammadan. Ijoolleen isaanii tana dhaggitee hin gammaddi; gadhaan isaaniille Mootii Waan Maraatitti hin gammada.