Zechariah 10:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini qara worra gosa d'ibi keesa gargari bitineesele, worri lafa fagole keesati na qaabata. Worraafi ilmaani worraleeni achiti inhobaane, nagayaani woliini deebiani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani uduu banii keessallee isaan bittinneessee biyya fago'oo ka keessa jiraatan keessa taa'anii na qaabatan; isaanii fi ijoolleen isaanii hafanii gara biyya ufii deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gosa biyya adda addaa oddu'utti isaan bittinneessulle biyya fagoo san jiraatanee na hin qaabatan. Isaanii fi ijoolleen isaanii jiraatanee, gara biyya ifii hin deebi'an.