Zechariah 11:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini ule Eeba jed'ani taani fuud'e, aka wold'aqisa AABBO Waaqi gosa ch'ufaani tolfate ka ch'abe garsiisu ch'abse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani kanatti aansee ulee jaalatamaa jedhame fuudhee cabse; ani hennaa waan kana godhu waadaan ani Rabbiin woliin gale akka cite mudhisu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba gondooroo Mootiin Waan Maraa gosa biyya adda addaa woliin gondoore diigiisaaf, ani ulee tiyya ta, «Jaalatantuu» jedhantu fuudhee casse.