Zechariah 11:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan worraani jed'e, Yo feetani, beese tiyya naa keenna, ammo yo imfeene ufira yalabaha. Jennaani worri qarsi sodoma, ta anini argachu male, naa kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isaaniin «Yoo fedha keessan ta'e mindaa kiyya naa kennaa'a; yoo fedha keessan hin taane dhiisaa'a» isaaniin jedhe isaanillee gatii dadhabbii hujii kiyyaa birrii soddomaa naa kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isaaniin, «Yoo feetane mindaa kiyya naa kenna'a; yoo hin fedhin ammoo lakkisa'a» jedhe. Isaanille mindaa kiyya meetii soddoma naaf kennane.