Zechariah 11:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan naani jed'e, Beese suni fulla beese Mana Waaqaa iti olkayaniti olkayi. Jennaani anini qarsi sodoma taani fuud'e — beese woma keesa injirre, ta ufiiftu worri waan isiini na bitu sehe tana — fulla beese Mana Waaqaa iti olkayani taaniti olkaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee «Saanduuqa birrii keessa kaayan ka mana woyyumma'aa keessa buusi» naan jedhe; kanaafuu ani birrii soddomaa ka isaan mindaa gaya'a jedhanii naa kennan san fuudhee ottee namicha faara dhawuu keessa buuse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa anaan, «Meetii san saanduqa Galma Waaqaa keessa buusi!» jedhe. Tanaaf, «Mindaa geya'a» jedhanee ka isaan naaf kennane, meetii soddoma san fuudhee, saanduqa Galma Waaqaa keessa buuse.