Zechariah 11:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini ule lameeso ta Takooma jed'ani taani fuud'e ch'abse, takuma Yudafi Israeli ch'absani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa ulee Tokkummaa'a jedhame ka lammeesso'oo san fuudhee cabse; wonti ani waan kana godheef obbolummaan Yihuuda'aatii fi Israa'eliin jidduu jiru akka bade mudhisu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba tokkummaa Yihuda'aatii fi Israa'elii diigiisaaf, ulee tiyya lammeesso'oo ta, «Tokkummaa» jedhantu casse.