Zechariah 11:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan naani jed'e, Maro d'ibi ammalle tissitu woma keesa injirre ufi tolchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi kanatti aansee akkana naan jedhe, «Ati ammallee akka tissee bu'aa hin qabneetitti uf laali.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Itti aansee Mootiin Waan Maraa anaan, «Meya tissitoota gowwoolee sanii fuudhi.