Zechariah 11:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala isaati, tissitu woma keesa injirre, ka hooliye tissu lafati lakise biraa deemu! Harka isaatiifi ila isaa mirgiti goraadeeni ha iraa kututi! Harki isaa ha rifate, ilti isaa mirgitileeni ha duuduti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tisseen hoolota ufii ganu ka bu'aa hin qabne ka akkanaa kanaa hobbaasi! irreenii fi ijji isaa ka mirgaa guraade'een haa dhayamu; irreen isaa sirima haa gogu; ijji isaa ka mirgaa sirima haa badu» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tissee gatii hin qanne, ka hoolota hin eenneef aanne'e! Shallaagaan, harka isaa middicha isa irraa kutuu ti! Ila isaa middittiille keessaa baasuu ti! Harki isaa ijjumaa goguu ti! Ilti isaa middittiin ijjumaa badduu ti!» jedhe.