Zechariah 11:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Iyyanna tissitu d'agaya, guddinna worraa ya iraa balleesani! Itansu nyeench'aa ch'aqasa; danqara Yordani, ka inni iti galu, ya balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra tisse'ee jalaa margi lalisaan waan badeef hennaa isaan «banne!» jedha'aa booyan caqasaa'a; waan bosonni laga Yoordaanosii bira jiru badeef Leencan hennaa gadda'aa aadan caqasaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addeen horii tiffatanu waan isaan duraa baddeef, bowa worwaanata tissitootaa dhage'a'a! Gongomaan laga Yordaanosii waan badeef dhangaa dhowiisa neenqaa dhage'a'a!