Zechariah 11:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(AABBO Waaqi waan jed'e, Anini deebie nama lafa keesa jiruu innahu. Anumati nama ch'ufa harka nama worra fiduti kenna. Worri fidu sunini lafa balleesa, anileeni worra iraa ind'owu.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ani ammaa achi nama lafa irra jiraatuu womaa garaa hin laafu; ani nama maraa olla'aa fi mootii isaatitti dabarsee kenna; isaan lafa balleessan; anillee isaan jalaa isaan hin oolchu» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani haganaa achi worra lafa irra le'u tokkolle'eef hin nayu; kunoo, ani tokko tokkoo isaaniituu harka olla'aa fi mootii isaaniititti dabarsee hin kenna. Isaan biyya san hin balleessan; anille harka isaanii keessaa isaan hin baasu» jedha.