Zechariah 11:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini jara tissitu sadeeni na jibbu kaani obsu dad'abe, jia toko keesati ufira balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tisseen sadiinuu waan na aarsanii na jibbaniif ji'a tokko keessatti isaan balleesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ji'a tokko keessatti tissitoota sad ari'e; hooloti na jibbite; anille isaan hifadhe.