Zechariah 12:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi booti Yerusalemu keesa aka gaafa Hadadrimoni diida Megido keesa bohani taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san bootti Yerusaalemitti dhagayamu akka booya Adirmoonii raasaa Meegidooniititti isaa booyaniititti ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san bootti guddoon, sanyii Hadaad Rimooniitiif dirree Megidoo keessatti teete sun, Yerusaalem keessatti hin teeti.