Zechariah 12:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dira Yerusalemu aka muduunu daad'ii tolcha; gochiti d'aatu isaa jirtu d'udde aka nama machae daat'i. Ammalle hojja Yerusalemu marsani dira Yuda d'ibile marsani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan Israa'eliitiif Yerusaalemiin banii naannaya isi'ii jiranii mijuu daadhii woyini'ii dhuganii nama gatantarsuu isii gatantarsuu isii taasisa; isaan hennaa Yerusaalemiin qabatan qachoonni hafan ka Yihuuda'aallee hin marfaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani kunoo, Yerusaalem akka muduunuu daadhii woyni'ii hin godha; gosi biyya adda addaa ta adaala isi'ii, untee akka namoota machowanee hin gatantarti. Yennaa qachaan Yerusaalem marfamu qachaan Yihudaalle hin marfama.