Zechariah 12:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojja guyyaani suni d'ufu, anini Yerusalemu aka d'akha ulfaata tolcha; gochiti imfuuti iti gamtu ufi madeesiti. Gochiti lafa ch'ufaa wolti d'ufte isa haati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san ani Yerusaalemiin worra Yihuudota hin taane maraaf akka dhagaa gudda'aa isii taasisa; namni isii dhiibuu badadu maruu ufumaa miidhama; baniin adunyaa irra jiran maruu isii miidhu'uuf wolii galanii dhufan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa gosi biyya adda addaa Yerusaalem loliisaaf wolitti qabantu, ani akka dhakaa ulfaata'aa isii hin godha; worri isii ol kaasiisaaf wodhaanu duudiin ifi miidhan.