Zechariah 12:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi anini fardoole worraa ch'ufa mudamsiise, yaabattu isii ch'ufa mamaraacha. Anini gosa Yuda eege qorqorad'a, ammo fardoole nyaapa isaani ila duucha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa san faradoo isaanii sodaachisee hucuuca; worra faradoo yaabbatan hin maraacha; faradoo diintota isaanii hin jaamsa; banii Yihuuda'aa ammo ija kiyyaan laala'aa isaan eega.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san ani fardoo isaanii mara hin bararassa; abbootii fardo'oo hin maraacha; kolbaa Yihuda'aa hin eega; fardoo diina isaanii ammoo hin jaamsa.