Zechariah 12:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba balbalti gosa Yuda ch'ufti waan woliini jettu, AABBO Waaqi Guddaani nama isaa ka Yerusalemu keesa tau jabeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san bulchoonni Yihuuda'aa garaa ufii keessatti «Rabbi Gooftaan banii maraa Waaqa isaanii waan ta'eef baniin isaa ka Yerusaalemiin keessa jiraatan isaan hunna argatan» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba sooreyyiin Yihuda'aa gadhaa ifii keessatti, ‹Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, kolbaa ifii ta Yerusaalem keessa leetuuf hunnaa hin kenna› jedhan.