Zechariah 12:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gaafasi balbala gosa Yuda ch'ufa, aka ibida badda keesa bobeesani yokhaani oobru mid'aani isii bilchaatte keesati bobeesani tolcha; worri gosa d'aatu worraa mirgafi bita jirtu imballeesa. Ammo worri Yerusalemu nagayumaani dira ufii keesa taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa san bulchoota banii Yihuuda'aa akka qoraan girgiraa irratti tuulamee bobawuu, akka shawaa qixiraa midhaanii jiddu'utti qabatee isaan taasisa; isaan banii naannaya isaanii jiran maraa hin fixan; baniin Yerusaalemii ammo uduu wonti tokkollee isaanitti hin gale qachattii keessa nagayaan jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Guyyaa san sooreyyii Yihuda'aa akka okkotee ibiddaa ta qoraan irratti tuulameetii fi akka umeessaa ibiddaa ka odduu ladde'eetitti bobe'uu isaan hin godha. Isaan kolbaa adaala sanii mara hin fixan. Kolbaan Yerusaalemii ammoo, nageyaan Yerusaalem keessatti hin hafan.