Zechariah 12:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, AABBO Waaqi, qara duula gosa Yudati dabsacha keenna, aka ulfinni ilmaani Dauditifi worri Yerusalemu argatu ka worra Yuda ira injirre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi jalqaba gosa Yihuuda'aatii mootee kenna; ani wonti waan kana godhuuf ulfinni ijoollee Daawitiitii fi ulfinni worra Yerusaalemiin keessa jiraatanii worra kaawwan ka Yihuudaa keessatti dhalatanii akka hin caalleef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ulfinni sanyii Daawitiitii fi ulfinni namoota Yerusaalem keessa le'anuu ka Yihuda'aa akka hin caalle, ani Mootiin Waan Maraa dursee mana gosa Yihuda'aatiif injifachaa hin kenna.