Zechariah 12:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi ani gosa ch'ufa ta Yerusalemu haatu imballeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa san mootota worra Yihuudii hin taanee ka Yerusaalemiin irratti diinumma'aan ka'an balleessu'uuf ka'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san gosa biyya adda addaa Yerusaalem loliisaaf wodhaantu mara balleessiisaaf hin barbaada.