Zechariah 13:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi anini maqa waan harkaani boch'ani kad'atani kaani lafa keesa balleesa, nami tokoleeni deebie inqaabatu. Anini ammalle nama raaga ufi tolchufi herega waan boch'ani kad'ataniini kad'atani lafa keesaa balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa san maqaa waaqolee tolfama'aa lafa irraa balleessa; ka deebi'ee isaan qaabatu hin jiru; waaqolee tolfamaa raattotaatii fi hafuurran battii hin balleessa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san maqaa waaqota dharaa lafa irraa hin balleessa; nami deebi'ee isaan qaabatu hin jiraatu; raagota dharaatii fi ayyaana battiille lafa irraa hin balleessa.