Zechariah 13:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja guyyaani sunini gahe, raagi tokoleeni ka, Anini daayya arge jed'e kiyyibu injiru, yokhaani ka raaga ufi tolche woya raagaa keeyate nama sobu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san namni kamuu ka ani raatticha ufiin jedhu mudhata raagaa ka ufii arga'aarutti hin saalfata; inni nama gowwoomsu'uuf uffata rifeensa qabu uffatee namatti hin mudhatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san raagaan tokko tokkonuu raaga mudhi'iin dhagge saniif hin qaanowa; namootalle sobiisaaf woyaa rifeensa qaddu hin uffatu.