Zechariah 13:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hojja nami isi gaafate, Mamadaani qoma ira si jirtu tunini maani? jed'e, inni waan jed'uuni, Anini mana jaalani tiyya keesati akana madae jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni tokko yoo «Eeganaa madaan si irra jiru kun maali'i? jedhee isa gaafate madaa mana jaalalloo kiyyaatitti madaaye jedhee deebisaaf» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko, ‹Madaan nafa keeti irraa tun maan?› jedhee yoo isa gaafate, inni deebise, ‹Mana jaala kiyyaatitti madowe› hin jedhan» jedha.