Zechariah 13:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba lafa tana ch'ufa keesa nama sadi keesaa nama lama balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii biyyaa keessaa sadihii keessaa harka lamaa dhayanii ajjeesan; ta'ullee harka sadihii keessaa tokko hin hafa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa duudii keessaa, kolbaa harka sad keessaa, harki lama dhowamee hin bada; teetuu malee harka sad keessaa, harki tokko hin hafa.