Zechariah 14:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ch'iisa jaba gosa worra Yerusalemu haatuti buusa. Nafi worraa, ato worri jirjiru shame ch'ich'ite, ilaafi arabi worraleeni akanumati fulla jiruti shama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii Yerusaalemiin woraanu'uuf ka'an irratti Rabbi dhukkuba nama fixu isaanitti fida; isaan uduu lubbu'uun jiran foon isaanii shama; ijji isaanii moora isaanii keessatti, arrabni isaanii afaan isaanii keessatti shama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa gosa biyya adda addaa ta Yerusaalem loliisaaf kaatu irratti dhukkuba balaa hin fida. Adoo dhaabbataneeranuu foon isaanii hin shama; ilti isaaniitii fi arrabi isaanii hin shama.